Garee Gabaasaa Ensight

Moti Abelti Tufa
Hundeessaa fi gulaalaa olaanaa
Hundeessaa Mo Creatives. Cooperative Bank of Oromia keessatti waggaa saddeet to'annoo, seera-eegumsaa fi quunnamtii daldalaa; oomishaa diraamaa Gulantaa; barreessaa kitaabota Afaan Oromoo lamaa; hoogganaa waliinii galmee jechoota faayinaansii dijitaalaa AKOFADA Shega waliin. Diinagdee, Yuunivarsiitii Finfinnee.
Gabaasota
0Ammaaf homtuu hin maxxanfamne.